Your Pathway to Success

Hiika Halluu Alaabaa Abbaa Gadaa Youtube

hiika Haalluu alaabaa abbaa gadaa youtube
hiika Haalluu alaabaa abbaa gadaa youtube

Hiika Haalluu Alaabaa Abbaa Gadaa Youtube Vidiyoon kun hikkaa alaabaa abbaa gadaa kan isinii agarsiisuudhafollow us on facebook facebook tekootube106 tiktok tiktok @te. #abbaa gadaa #alaabaa abbaa gadaa #oromoo #oromiyaa.

hiika Halluu Alaabaa Abbaa Gadaa Youtube
hiika Halluu Alaabaa Abbaa Gadaa Youtube

Hiika Halluu Alaabaa Abbaa Gadaa Youtube Vidiyoon kun hikkaa alaabaa aada bilisummaa oromoo abo wbo kan isinii agarsiisuudhafollow us on facebook facebook tekootube106 tiktok https:. Alaabaan abbaa gadaa mallattoofi eenyummaa ummata oromooti. alaabaan kun halluu gurraacha, diimaafi adii kan qabu yoo ta’u, erga hayyootni oromoo yaada irratti kennaniin booda filatame. ilmaan oromoo hedduun alaabaa kanaaf jecha wareegamaniiru jedhu abbaa gadaa goobanaa hoolaa ibsa dheengadda addatti gaazexaa bariisaaf kennaniin. Hiika halluu alaabaa abbaa gadaa ***** (dh.p.i bariisaa) alaabaan abbaa gadaa mallattoofi eenyummaa ummata oromooti. alaabaan kun halluu gurraacha, diimaafi adii kan qabu yoo ta’u, erga hayyootni oromoo yaada irratti kennaniin booda filatame. 12077. alaabaan sirna gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. halluun alaabichaas tartiibaan gurraacha, diimaa fi adiidha. hiikawwan buufata halluu alaabaa. a. hiikni buufata halluu #gurraacha: olaantummaa waaqati. oromoon waaqni gurraacha jedheeti amana.

Comments are closed.